![]() (Oromedia, 6 Waxabajjii 2014) Mana hidhaa mootummaa Itoophiyaa keessatti waggoota dheeraaf dararamaa kan ture, sabboonaa Oromoo, Nimoonaa Tilahuun guyyaa har’aa addunyaa kana irraa boqote. Sababa gaaffii mirgaa fi bilisummaa Oromoo deeggareef humnoota tikaa wayyaaneetiin Waxibajjii 26, 2008 hidhattoota mootummaa konkolaataa gabatee isaa 3-F ta’een qabamee kan hidhame Nimoonaa Xilahuun, manneen qorannoo fi hidhaa Itoophiyaa kan akka Maa’ikalaawwii fi Qaallittii keessatti hiraarfamaa akka ture ni beekama. ![]() Ajjeechaan ilmaan Oromoo keessumaa barattoota Oromoo irratti xiyyeeffatamuun tarkaanfiin fudhatamaa jiru itti fufee jira. Yuunivarsiitii Haramaayaa keessatti gaaffii abbaa biyyummaa gaafachuudhaan Mana hidhaa mootummaa Wayyaaneetti darbamuu irraan darbuudhaan barattootni Oromoo mana hidhaa keessatti ajjeefamaa jiru. Barataa Nuuraddiin (Alsan) Hasan Barataa Computer science waggaa 2ffaa kan tahee fi dhalootaan Godina Shawaa lixaa magaala Baakkoo kan tahe mana hidhaa mootummaa Wayyaaneetti darbamuun dararaa jabaan erga irraan gahaa turee Gaafa 02/06/2014 mana hidhaa keessatti lubbuun isaa darbee jira. Mootummaan Wayyaanee dararaa ilmaan Oromoo irraan gahaa jiru daran jabeessaa dhufus ilmaan Oromoo gamtaan falmatti seenuun mootummaa abbaa irree bara baraan ilmaan Oromoo keessatti ammo dargaggoota Oromoo ajjeesaa, hidhaa fi biyya irraa ariiaa jiru dura akka dhaabbatu Barattootni Yuunivarsiitii Haramaayaa fi Qeerroon Oromoo waamicha Oromummaa dabarsa. Qabsaaaan ni kufa; Qabsoon itti fufa!! ![]() Waxabajji 3, 2014 Amboo Caasaan Bulchiinsa Godina Lixa Shawaa Godina hanga gandatti Angoo irraa arihamaa jiraachuu gabaasi Qeerroo naannicha irraa gabaasa. Gaafa guyyaa Waxabajjii 1,2014 Mootummaan Wayyaanee angawoota OPDO sadarkaa gandaa, Aanaa, fi Godinatti aangoo bulchiinsa fi gaafatama OPDO irraa mulquun hojii irraa arihaa jiru. Akka kanaan godina Lixa Shawaa keessaa ABO waliin hidhata qabduu fi sochii ABOn Oromiyaa keessatti taasisuu keessatti qooda ol aanaa qabaachuun keessan bira gahameera sababaa jedhuun aangawoota bulchiisnaa fi gaafatamtoota OPDO godina Lixa Shawaa hojii irraa arihaman keessaa:- 1.Obboo Shuumii Lataa bulchaa anaa Midaa Qanyii 2. Badhaasaa Of ga’aa Dabballee OPDO fi itti gaafatamaa waajjiraa dhaabaa OPDO kan ta’ee dabalatee kaabinootni aanaa midaa Qanyii dhalootan Oromoo ta’an namootmi 8 olitti lakka’aman gaaffii tokko malee ABO waliin hidhata qabdu sababaa jedhuun aangoo bulchiinsa irra arii’ataman. Qophiin Yaadannootifi Garagaarsa Barattoota Magaalaa Bergenitti Qophaa´e Haala MIdhagaan Xumurame!3/6/2014 May 31, 2014
By Mekuria Bulcha Part Two Protest Against Lethal Crimes Committed in the Name of Development As I have indicated in Part One of this article the message in the slogans of the Oromo rallies at home and abroad, among other things, is against evictions caused by land grabbing. The Oromo are evicted from their land which is being leased or sold by the TPLF-led Ethiopian regime to foreign and domestic land grabbers. The so-called Integrated Development Master Plan for Addis Ababa, which is generally known as the Addis Ababa Master Plan (AAMP), is part of the same scheme. Whether it is for urban expansion or commercial farming, the eviction of the indigenous landowners is conducted in the name of development. The TPLF regime is accusing the opponents of the AAMP as instruments used by “terrorist” organizations to disturb peace and oppose democracy (BBC, May 2, 2014). Although it is instigated by the AAMP, the present student uprising in Oromia is against the crimes which are being perpetrated by the TPLF regime in the name of development. In addition to the defense of Oromia’s territorial integrity and identity mentioned in the previous part of this article, the protest is against eviction and displacement inflicted upon the Oromo as well as about the environmental destruction caused by urban and rural “development” schemes of the present Ethiopian regime. Continue Reading ![]() More than 400 Oromo across Victoria, NSW, QLD, TAS, SA and WA will be gathering at Canberra’s Parliament house in a bid to expose the Ethiopian government’s recent human rights violations dubbed “Oromo Protests”. Since April 25, leaked photographs and videos show Ethiopian security forces shooting live ammunition at unarmed students in universities across Oromia. Reports of 85 students are confirmed as dead, 500 protestors wounded and over 5000 people detained in unknown camp locations as the Ethiopian government restriction of public media is in full force. Rally starts at Parliament Drive in Canberra on Monday 2nd June at 10am |
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |