Gabaasa Qeerroo Amboo Hagayya 25,2014 Goototni barattootni Oromoo Yuuniversiitii Amboo karaa nagaa mirgaa fi kan dimokraasiikaasuun gaaffii mirga abbaa biyyummaa sababa gaafataniif jecha mootummaan faashistii Wayyaanee(Itiyoophiyaa) Waraanaa Agazii Wayyaaneetiin ukkanfamani barattoota 230 mana hidhaa Wayyaanee galma mootummaa magaalaa Amboo keessatti argamutti hidhaman. Sabboontootni barattootni Oromoo fedhii isaanii malee waraanaa Wayyaaneetiin dirqamanii akka walga’ii afaan faajjii mootummaa Wayyaanee ta’aan kan ta’ee kana irraatti barattootni Oromoo uummatni keenya Oromoon utuu jumlaan hidhamuu, qee’eef qabeenyaa irraa buqqifamuu , Ajjeefamuu, gara dabarfamuu, barnoota irraa Arii’amuu waraanaan doorsifamnee walga’ii Wayyaanee taa’uun hirmii nyaachuudha jechuun FDG guyyaa hanga guyyaa har’atti utuu wal irraa hin kutiin mormii guddaan sirna mootummaa Wayyaanee jala dhaabbachaa jiru.
Barattoonni Oromoo Yunivarsitii AMBOO Kitaaboota ololaa woyyaaneen qopheesse guutumatti guban!22/8/2014 ![]() Goototni Barattootni Oromoo Yunversitii Amboo Hagayya 23,2014 FDG qabsiisaniin hogganootii fi qondaaloti Wayyaanee Kitaabotaa fi barruulee dirqiidhaan uumata amansiisuuf qopheessuun mooraa Yuuniversitii galchan walitti qabuun guutummaatti gubanii hojii siyaasaa Wayyaanotaa gatii dhabsiisan. Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo ganama har’aa guyyaa 3ffaaf FDG gaggeessa jiran jabeessuun kitaabotaa fi barruulee uumata dirqiin amansiisuuf maqaa Leenjii jedhuun qopheessan walitti guuruun gubanii FDG haalan jabaaseen itti fufee. Haaluma kanaan barnoota irraa har’uma waraanaan doorsifamnee Walga’ii Wayyaanee taa’uun hirmii nyaachuudha jechuun FDG ittifufinsa qabuun wayyaanee fi loltoota Wayyaanee Agaazii jedhamu dura dhaabbachaa jiru. ![]() In February 2014, EFF filed suit against the Federal Democratic Republic of Ethiopia on behalf of our client, Mr. Kidane, an Ethiopian by birth who has been a U.S. citizen over a decade. Mr. Kidane discovered traces of Gamma International's FinSpy, a sophisticated spyware product which its maker claims is sold exclusively to governments and law enforcement, on his laptop at his home in suburban Maryland. A forensic examination of his computer showed that the Ethiopian government had been recording Mr. Kidane’s Skype calls, as well as monitoring his web and email usage. The monitoring, which violates both the federal Wiretap Act and Maryland state law, was accomplished using spyware that captured his activities and then reported them back to a command and control server in Ethiopia controlled by the government. The infection was active from October 2012, through March 2013, and was stopped just days after researchers at the University of Toronto’s Citizen Lab released a report exposing Ethiopia's use of use of FinSpy. The report specifically referenced the very IP address of the Ethiopian government server responsible for the command and control of the spyware on Mr. Kidane’s laptop. ![]() Earlier this week, EFF told the U.S. District Court for the District of Columbia that Ethiopia must be held accountable for its illegal wiretapping of an American citizen. Foreign governments simply do not have a get-out-of-court-free card when they commit serious felonies in America against Americans. This case is the centerpiece of our U.S. legal efforts to combat state sponsored malware. In February 2014, EFF filed suit against the Federal Democratic Republic of Ethiopia on behalf of our client, Mr. Kidane, an Ethiopian by birth who has been a U.S. citizen over a decade. Mr. Kidane discovered traces of Gamma International's FinSpy, a sophisticated spyware product which its maker claims is sold exclusively to governments and law enforcement, on his laptop at his home in suburban Maryland. A forensic examination of his computer showed that the Ethiopian government had been recording Mr. Kidane’s Skype calls, as well as monitoring his web and email usage. Oromia Media Networks (OMN) tajaajila kennu baballisudhaaf applikashina mobaayli androidif tahu qopheesse gadhiisu isaa har´a OMN gabaase jira. Appii kan mobaaylirratti fe´achuun oduuwwan fi tajaajila adda addaa argachun ni danda´ama.
|
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |