Baqattooti Oromoo baayyinaan 26 ta’an bakka mana jireenyaa qubatanii jirani keessaa hulaa manaa/balbala irratti cabsuudhan kaan bansiisuun waraanni Keeniyaa qabamuun beekame. Waraanni Keeniyaa halkan mana jala buluun Onkoloolessa gaafa 26, 2013 ganama barii sa’atii 06:20 tti baka maatiin ciisutti gaaffii tokko malee ulee fi dhiitichaan mana keessaa gadi guuruun konkolaataa pataroolii lamaan fuudhamanii mana hidhaa Poolisaa naannoo Eslii Baangaanii jedhamutti guyyaa tokkoof kan hidha yoo ta’u, baqattooti Oromoo kunneen ragaa baqataa seerummaa maandeta UNHCR qabaachuu agarsiisanillee humni keenyaa kun fudhachuu diduudhaan weeyrara guddaa ganda baqattootni Oromoo baay’inaan qubatan kanatti godhanin baqattoota Oromoo qaban guyyaa tokkoof mana hidhaa kanatti nyaataa fi bishaan malee olchaun darara turuun hubatameera. Miidhaa qaamaa guyyaa tokko irraa gahaa oolanii gara galgalaa erga baqattoonni kun UN fi NGO jiranitti iyyataniin booda baqattoota kana suuraa fi ashaaraa hedduu kaasuudhan Onkol. 30tti mana murtii farra-shororkeessummaa olaanaa Keeniyatti akka dhiheessitan jechuun harkaa baasuun beekameera.
Baqattoota Oromoo baayyinni isaanii 26 ta’an waraana mootummaa Keeniyaatiin qabaman. Nairoobi, Keeniyaa | Onkoloolessa 29, 2013.
Baqattooti Oromoo baayyinaan 26 ta’an bakka mana jireenyaa qubatanii jirani keessaa hulaa manaa/balbala irratti cabsuudhan kaan bansiisuun waraanni Keeniyaa qabamuun beekame. Waraanni Keeniyaa halkan mana jala buluun Onkoloolessa gaafa 26, 2013 ganama barii sa’atii 06:20 tti baka maatiin ciisutti gaaffii tokko malee ulee fi dhiitichaan mana keessaa gadi guuruun konkolaataa pataroolii lamaan fuudhamanii mana hidhaa Poolisaa naannoo Eslii Baangaanii jedhamutti guyyaa tokkoof kan hidha yoo ta’u, baqattooti Oromoo kunneen ragaa baqataa seerummaa maandeta UNHCR qabaachuu agarsiisanillee humni keenyaa kun fudhachuu diduudhaan weeyrara guddaa ganda baqattootni Oromoo baay’inaan qubatan kanatti godhanin baqattoota Oromoo qaban guyyaa tokkoof mana hidhaa kanatti nyaataa fi bishaan malee olchaun darara turuun hubatameera. Miidhaa qaamaa guyyaa tokko irraa gahaa oolanii gara galgalaa erga baqattoonni kun UN fi NGO jiranitti iyyataniin booda baqattoota kana suuraa fi ashaaraa hedduu kaasuudhan Onkol. 30tti mana murtii farra-shororkeessummaa olaanaa Keeniyatti akka dhiheessitan jechuun harkaa baasuun beekameera.
0 Comments
![]() October 3, 2013 (OPride) – The history of the Oromo people, Ethiopia’s single largest ethnic group, is marked by socio-political oppression and a continuous resistance against it. Every Ethiopian ruler, especially starting with emperor Menelik II, has devised systematic campaigns aimed at making the Oromo aliens in their own homeland, impoverishing millions by expropriating their land, and denying them the most basic human rights. The Oromo, in various locales of Oromia – the Oromo country –have also put up powerful resistance at different times. The modern Oromo movement evolved from loosely organized local resistance(s) such as the Bale Oromo movement, the Macha Tulama Association, and the Afran Qallo musical group to name just three – culminating with the formation of a pan-Oromo movement, the Oromo Liberation Front (OLF). However, there were also several other popular movements against imperial Ethiopia and its social injustices, albeit less known even among the Oromo or sometimes erroneously misconstrued as economic or social banditry (shifta). Gabaasa Qeerroo Fulbaana 30, 2013 Finfinnee
Akkuma beekamu akka biyyoleessattis tahee akka addunyaatti kan beekamaa jiru guyyaan kabajaa ayyaana irreeffannaa magaalaa Bishooftutti Fulbaana 29 xmuramanee jira. Akkuma Qeerroon dursee uummanni Oromoo nageenyaan irreeffatee gara manaa isaatti galu labsama ture kanaan durfamee uummanni Oromoo hora Harsadee kana irratti nageenyaan irreeffatee milkaa’ee jira.Haata’u malee akkuma amaleeffate mootummaan wayyaanee guyyaa kana ilmaan Oromoo hidhuuf akeekkatee ka’ee jira kun duras kan guyyoota ayyaana oromoo irratti dargaggoota Oromoo hidhuun gidirsaa turuun isaa kan haalamu miti. Gambella Nilotes United Movement/Army Press Release
September 28th 2013, Gambella “UNITE WE MUST!” “WHERE UNITY PREVAILS SUCCESS PERVAILS” “FREEDOM AND JUSTICE FOR ALL OPPRESSED ETHIOPIANS” “THE TPLF/EPRDF GOVERNMENT MUST STOP, KILLING, DETENTION, AND INTIMIDATION OF MASS DEMONSTRATORS AND THE MUSLIM PROTESTORS IN ETHIOPIA” Ethiopia’s Leaders Misinform the World
September 29, 2013 New York has hustled and bustled with heads of state and delegations visiting the city to attend the 68th UN General Assembly. Ethiopia’s PM Hailemariam Desalegn and Foreign Minster Dr. Tedros Adhanom each made speeches on themes relating to sustainable development, conflict and security in Ethiopia and Africa. The PM spoke as a head of state and chairperson of the African Union during the General Assembly “Debate”, while the FM Dr. Tedros Adhanom spoke during the after party by Global Citizen Festival,an anti-poverty advocacy concert ambitiously campaigning to end extreme poverty in 2030, at Central Park, New York. This analysis focuses on unpacking for readers how the two leaders of the known autocratic and genocidal Ethiopian state went to great heights using the international opportunity afforded them to take a domestic version of their propaganda to international levels. |
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |