Wallisaa Sabboonaa Jaafar Yusuuf reebicha hamaa wayyaaneen irra gaheen Hospitaala ALERT seene20/4/2014 Mootummaan wayyaanee Wallisaa Jaafar Yusuuf dhimma Lafa naannawa Finfinnee federaala jala galchuu ilaalchisee wallee Finfinneen Keenyuma jedhu wallee baaqqee gadhiisteetta, Ati akeeka mootummaa wayyaanee Uummata kakaasuun fashalsiisuu irratti argamta jechuun mana hidhaatti ukkaamsuun darara jabaa reebichaa bakka lafeen ilmaan Oromoo hedduun keessatti nyaatame Maaikelaawwii keessatti dararaa akka jirtu ibsine turre. Harrammoo oduu nudhaqabeen reebicha hamaa irraan gaheen hospitaala ALERT seene jira. Haras Borus Finfinneen Keenyuma!
0 Comments
Mootummaan Wayyaanee aartii fi Artistoota Oromoo nyaachaa alalfachaa kan as geesse Sabboonaa Jaallatamaa wallisaa Oromoo kan tahee fi yeroo ammaa kana keessatti walleewwan haaraa baasuudhaan daran jaallatamaa kan dhufe Wallisaa Artistii Oromoo Jaafar Yusuuf mootummaan wayyaanee Ukkaamsuun mana hidhaa keessatti darara irraan gahaa jirti. Mootummaan wayyaanee Wallisaa Jaafar Yusuuf dhimma Lafa naannawa Finfinnee federaala jala galchuu ilaalchisee wallee Finfinneen Keenyuma jedhu wallee baaqqee gadhiisteetta, Ati akeeka mootummaa wayyaanee Uummata kakaasuun fashalsiisuu irratti argamta jechuun mana hidhaatti ukkaamsuun darara jabaa reebichaa bakka lafeen ilmaan Oromoo hedduun keessatti nyaatame Maaikelaawwii keessatti dararaa jirti. Qeerroon Yunivarsiitii hawaasaa mooraa guddicha( main campus)fi Kolleejjii saayinsii fayyaa riferaal hoospitaalii fi akkasumas qeerroon magaalaa shaashamanneen walitti dhufuun guyyaa wareegamtoota gootota oromoo kana haala akkaan bareedaa ta’een mooraa saayinsii fayyaatti yaadatanii oolanii jiru.
Hawaasaa irraa Hara Ebla 15 GGO yaadachuun sababa goonee Gootatu Goota yadata jedhuun nuti maadheen Iftuu Barii miseensa guutuu maadhee keenya waliin akkasuma caasaa of jalaa qabnu waliin godina Addaa Finfinnee magaalaa Sulultaa irratti wal geenyerra. Sulultaa irraa THE NEW MASTER PLAN (MASTER CLAN KILLER) OF FINFINNE (ADDIS ABABA): Critique and Protest Against Utopian (Nowhere) Comprehensiveness and Physical (Tabula Rasa) Determinist Master Plan.
By Gamsiis (Ph.D.), [email protected] Introduction: The aim of this short essay is to protest and critique the newly declared Master Plan of Finfinne (Addis Ababa), the central city of Oromia. Moreover, it is also aimed to advocate for and bolster the voice of the underrepresented Oromo communities living in around Fifinne who are affected by this master plan. The so called new master plan of the city of Addis Ababa (Finfinnee) is a top-down, utopian, physical determinist, a blue print production oriented plan, and filled with politically void terms, laden with hidden agenda that has a grand aim of disintegrating the territorial integrity of the state of Oromia and expand federal government and the minority settlers it has been sponsoring for the last 23 years at the heart of Oromo land, Finfinne. Prior to discussing the details of the so called master plan this article will define and analyze three major planning and plan related issues. Here we will discuss the theoretical and practical considerations in defining a city planning, and the legal frameworks surrounding city planning practices. April 15, 2014 (gadaa) –According to documents acquired by Gadaa.com, the scale of land grabbing (land thefts) underway in Oromia by the TPLF junta, its Habesha “INVESTORS” (aka Neo-Neftegna’s) and its foreign financiers is larger than previously known to the public.
According to information aggregated by Gadaa.com, prime farmlands in Oromia, including the Walloo territory in the North, will be divided into at least 8 “industrial zones” and ownership of Oromo farmlands will be transferred to Habesha “INVESTORS” (aka Neo-Neftegna’s) and their foreign financiers under the pretext of the “Growth and Transformation Plan – GTP – Development” scheme. Warraaqsii FDG Qeerroon Bilisummaa Qabsiisaniin Baratootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Ebla 11.2014 eegalan itti fufuun guyyaa har’aa Ebla 12,2014 bifa adda ta’een itti fufan.
FDG guyyaa kaleessa irra kaasee barattoota Oromoon eegaluun haala jabaataa fi qindoomina guddaa kan qabu guyyaa lammaaffaaf jabaatee itti fufee jira. Goototni Baratootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Iyyannoo isaanii bulchiinsa Yuunibarsiitii Jimmaatti guyyaa kaleessa galchachuun hiriira mormii sirnota abbaa irree balaaleffatuu qindeessuun dhaadannoo cimaa dhageesisan. Guyyaa har’aas gaaffii gaafannee fi iyyaannoo keenyaaf deebii kallattii fi Sirnaa barbaannaa jechuun sa’aatii 6:00 irraa eegaluun hiriira mormii guddaa fi Dhaadannoowwaan itti aanu kana dhageesisan: Dargaggoonni seenaa dhugaa dhaale,kutannoo fi murannoo onnee irraa madden seenaa Oromoo irraa kanneen hubatnaa gahaa qaban ilmaan Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaaf boqonnaa hin qabne seenaan bu’ura hundaa ta’uu isaa warri adda durummaan beekaan Yaaddannoo wareeggamtoota haadhoo fi abboolee(Anoolee)f jecha Adaamarraa hanga Aanoleetti lafoo deemsa taasisaniin km 66 miilaan(lafoo) kanneen kabajaaf deeman 120 keessaa barattoota Oromoo 20 mootummaan Wayyaanee hidhaatti galche. Kanneen keessaa 17 shamarree Oromoo yeroo ta’an,Yaadatnoo Anooleef jecha amna dheeraa miillaan deemuun gochaa hammeenya diinaa yeroo yaadatan,bakka kabajaa sanii gahuuf km 9 duwwaan yemmuu isaan hafu bulchiinsa magaalaa Heexosaa aanaa Heexosaa Itayyaatti qabanii kaayyoo kamabajaa Anooleef jecha miillaa luqa’anii dhiigaa kanneen achi gahan keessaa nama 20 alaabaa ABO qabattanii jirtu sababa jedhuun dabarsanii loltoota Wayyaaneetti kennan.
April 8, 2014 (Tesfa News) — EUROPEAN Parliament opened hearing about the Ogaden Human Rights violations and the Ethiopian prisons in Addis Ababa. The hearing, which was invited to participate in the Ogaden whistle-blower, Abdullahi Hussein, and Swedish Journalist, Martin Schibbye, was held on April 2nd by the group the progressive Alliance of Socialist and Democrats in European Parliament and Committee to Protect Journalists (CPJ).
“Ethiopia is one of the largest humanitarian and development aid receiver yet these donations are used incorrectly and corruptly. Western governmental Organizations and Western Embassies to Addis Ababa ignored the stolen donations and humanitarian aid that are being used as a political tool by the Ethiopian regime, which is contrary to EU rules on the funding”, said Anna Gomes, MEP Head of international Unit party Socialist democrat. Ahmed Abdi Marita Ulvskog, MEP, in her part first thanked Abdullahi Hussein and Swedish Journalist, Martin Schibbye speaking about the steps needed to be taken in order to stop the human rights abuses that is being committed against Ethiopian and Ogaden civilians, she said that the EU could use sanctions or words against Ethiopia or follow up documents and information like the one provided by Abdullahi Hussein to show the reality in the ground. Abdullahi Hussein, who is the former regional Presidential adviser and head of the media in Ogaden presented a shocking footage that changed the EU’s view towards Ethiopia. Abdullahi Hussein, who gained the title of “brave man” and nominated for the prize of Sweden’s civil courage of the year 2014, “Antigone Award”, after he had put himself at risk for smuggling out over 100 hours of footage from the Ogaden Province requested the EU to put their words into action as the killings, gang-raping and extrajudicial arresting still continues. Speaking with Ogaden diaspora owned TV service of Ilays Tv, Martin Schibbye stated that in conjunction with Abdullahi Hussein their purpose to reset was to tell the World what they had seen which is to fulfill a promise that he made to many people from Ogaden region, but also their co-prisoners in Kality Prison of Addis Ababa. Haala Yeroo Ilaalchisee Ibsa Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Irraa kenname(Qeerroo Bilisummaa)Ebla 2,2014 Jimmaa
Bakka bu’oonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo godinoota adda addaa irraa walitti dhufuun Ebla 1 fi Ebla 2,2014 walgahii guyyaa lamaaf gaggeefatan irratti haala yeroo uummata Oromoo fi Qabsoo FDG bilisummaa Oromoo daran jabeessuu fi haala waliigala raafama siyaasa Impayeera biyyattii irratti marii bal’a gochuun ibsa armaan gadii dabarsee jira. 1.Dugugginsa Sanyii (Genocide), moototni Habashaa erga Oromoo afaan qawween cabsanii bulchuu eegalanii hanga har’a jarraa 21ffatti dabaree angootti dhufan rawwatanif Oromoon tolee jedhee jilbeeffatee bitamee, hin bule. Utuu falmatuu diina kufaa kiffisaa har’a as ga’ee; qabsoo bilisummaa Oromoos bu’awwaan dagatamuu fi eenyu iyyuu haalu hin dandeenye dhiigaa fi lafee isaa itti cabsee fidee har’a dhaloota haara nu Qeerroo Oromoo qaqqabsise jira. Haata’uu malee ilmaan mootota habashaa kaleessaa har’a illee qabsoo Oromoo dhaamsuuf Oromiyaa deebisanii qabachuufi sirnota abbooti isani sirna nafxanyaa kaleessa deebisuuf nurraa hin dhaabbanee hojii idilee isanii godhachuun hanga sadarkaa mana maxxansaa banachuun Oromoo arrabsuu, xiqqeessuu, tuffachuu fi Oromoon biyya hin qabu jechuu irra gahani jiru. |
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |