![Picture](/uploads/1/5/6/9/15691064/3633928.gif)
Waxabajji 3, 2014
Amboo
Caasaan Bulchiinsa Godina Lixa Shawaa Godina hanga gandatti Angoo irraa arihamaa jiraachuu gabaasi Qeerroo naannicha irraa gabaasa. Gaafa guyyaa Waxabajjii 1,2014 Mootummaan Wayyaanee angawoota OPDO sadarkaa gandaa, Aanaa, fi Godinatti aangoo bulchiinsa fi gaafatama OPDO irraa mulquun hojii irraa arihaa jiru. Akka kanaan godina Lixa Shawaa keessaa ABO waliin hidhata qabduu fi sochii ABOn Oromiyaa keessatti taasisuu keessatti qooda ol aanaa qabaachuun keessan bira gahameera sababaa jedhuun aangawoota bulchiisnaa fi gaafatamtoota OPDO godina Lixa Shawaa hojii irraa arihaman keessaa:-
1.Obboo Shuumii Lataa bulchaa anaa Midaa Qanyii
2. Badhaasaa Of ga’aa Dabballee OPDO fi itti gaafatamaa waajjiraa dhaabaa OPDO kan ta’ee dabalatee kaabinootni aanaa midaa Qanyii dhalootan Oromoo ta’an namootmi 8 olitti lakka’aman gaaffii tokko malee ABO waliin hidhata qabdu sababaa jedhuun aangoo bulchiinsa irra arii’ataman.