![Picture](/uploads/1/5/6/9/15691064/868742990.jpg?336)
Caamsaa 14,2014 Gabaasa Qeerro Amboo
Dabbaalleen EPRDF fi ergamaan TPLF Muktaar Kadir maqaa walgahii dabbaloota OPDO jedhuun FDG dura dhaabbachuuf jecha Caamsaa 13/2014 kaabinoota OPDO heddumminaan qabatee humna waraana Wayyaaneen waliin qindaawuun magaala Amboo seene. Amboo erga seenaaniin hanga ammaatti uumata Oromoo nagaa fi dargaggoota magaala keessatti argaman irratti reebichaa fi goolii uumuun kaan ammo mana hidhaatti guuraa jiru. Deggertoota EPRDf kanneen ta’anii fi namoota hojii dhablee ta’aniin ammo nama tokkotti 250 hiruun akka master plan Finfinnee daggeranii hiriira bahaniif kaadhimmachaa akka turan beekama.
Qeerroo