![Picture](/uploads/1/5/6/9/15691064/3773081.gif?312)
Mudde 27, 2013
Ummata Oromoo Afrikaa Kibbaatti argamtan maraaf, KABAJA GUYYAA WBO Gaafa 12/01/2014 sirna miidhagaan waan kabajnuuf guyyaa kana Galma:
Johannesburg, Mayfair Cultural Centre
177 8th Avenue Shoprite
fuulduratti akka nuuf argamtan kabajaan waamicha Oromummaa isiniif Dabarsina.
WBOn Abdii Ummata Oromoo fi Gaachana Oromiyaati!!!
Yeroon: 1:00pm
Odeeffannoo Dabalataaf:
078 748 1318/073 089 9410/072 798 5559.
Koree Qopheessituu.