Kabajamoo Ilmaan Oromoo biyya Netherlandii fi Nannoo ishee jiratani Hundaaf:
Guyyaa: Amajjii 4, 2014
Bakka: Haarlem Braillenlaan 80,2037 XD, Netherlands
Sa’aatii: 11.00 irraa egalaa

Koottaa tokkummaan gaachana hunda keenya kan ta'e guyyaa WBO waliin kabjna
Kabajamoo Ilmaan Oromoo biyya Netherlandii fi Nannoo ishee jiratani Hundaaf,
Hunda dura nagaan keenyaa kabaja Oromummaa fi sabbummaa haadusru jecha Konyaan ABO Netherlandiis Amajjii tokko (1) Guyyaa WBO fi bara haaraa 2014 kabajudhaaf sochii xumura irraa jira wanii ta’eef sagantaa kana irraa qooda akka fudhantaan waamicha Oromummaa siinf gonna.
Guyyaa: Amajjii 4, 2014
Bakka: Haarlem Braillenlaan 80,2037 XD
Sa’aattii: 11.00 irraa egalaa
Akkaata dhufatii namoota geejiibaan dhuftaniif Haarlem Senteraal Station irraa lakk. Baasii 3 kan schalkwijk jedhu qabachudhaan bakka Braillenlaan jedhu egaa butani booda lakk.bilbila kana qunnama
0684953621 Obbo Solomoon
0641799808 Obbo Inkoossaa
I.U.O f !!
Koree Qindeessituu Sagantaa Kabaja Guyyaa WBO