Oromia Media Networks (OMN) tajaajila kennu baballisudhaaf applikashina mobaayli androidif tahu qopheesse gadhiisu isaa har´a OMN gabaase jira. Appii kan mobaaylirratti fe´achuun oduuwwan fi tajaajila adda addaa argachun ni danda´ama.
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |