Mootummaan Wayyaanee sakkatta’insa barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa irratti gaggeessuu jabeessee itti fufe. Kaleessa galgala irra eegaluun Mooraa Yuunibarsiitii Jimmaatti sakkatta’insii cimaan barattoota Oromoo irratti gaggeeffama jira.
Humni waraanaa fi basaastuun(tikni) wayyaanee mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa keessatti uffata sivilii uffaachuun barattoota shororkeessuu irratti argamuu, haaluma kanaan balbala Seensa Mooraa Yuunivarsiitii irratti fi kaaffee barattootni shayee irraa dhugan irratti poolisootni fi baastootni shan shaniin ramadamuun sakkatta’insi cimaan Mooraa yuunibarsiitii Jimmaa irratti gaggeeffama jira.