Tokkummaan Baratoota Oromoo Jarmanii damee Bayern (TBOM) fi damee Hessen (TBOH) waliin ta’uudhaan guyaa Waraana Bilisummaa Oromoo kabajuudhaaf waamicha ulfinaa dabarsina.
Akka hirmaattaniif kan afeeramtan:
1. Miseensota TBOM fi TBOH hundumaa
2. Hawaasa Oromoo biya Jarmanii jiran
3. Oromtittii
4. Miseensota Oromoo dhaabaa amantaa garaa garaa fi
5. Miseensota Oromoo dhaabaa siyaasaa garaa garaa
Guyyaa: Amajjii/January 18, 2014
Teessoo: Johann Wolfgang Goethe-Universität Frankfurt am Main – Grüneburgplatz 1 – 60323 Frankfurt am Main
Sa’a: 13:00 tii eegalee

Guyyaa kanatti sagantaaleen garaa garaa akkasumas barumsa fi marii hirmaatotaa dabalatee kabaja guyaa WBO ilaalchisee waan geggeefamuuf guyyaan kun akka isin hin darbine isin yaadachiifna.
Akkaata itti bakka sagantichaa adeemamu:
U-Bahn lakkofsa 4 Frankfurt am Main: Hauptbahnhof irraa qabatanii gara Frankfurt- Bockenheimer Warte jehutti buufata tokko qofa bira darbitanii buufata lammaffaa /dhuma irratti buutanii gara Universistitti ol baatu.
Achitti nu argattu!
Koree hojii geggeesituu damee Bayern fi Hessen irraa:
Galatoomaa!
Yaada dabalataa yoo barbaaddan:
(+49) 0157-31478427 ykn 0152-10158745) quunnamaa