![Picture](/uploads/1/5/6/9/15691064/6556331.jpg)
Humni addaa WBO Godinaa Wallagga Bahaa keessa sosso'u tarkaanfii diina irratti yeroo irraa gara yerootti fudhatuun abdii fi gaachana ummata Oromoo tahuu isaa caalaatti mirkaneessee jira. Diina ummata irratti roorrisu adabuu kan itti fufe humni addaa WBO Amajjiii 31, 2013 Godina Wallagga Bahaa Ona Guutoo Giddaa bakka Maqa-laalii jedhamutti loltota Wayyaanee sakkattaaf bobba'an haleeluun loltoota 4 irraa ajjeesee 7 ol madeesse.
Loltoota Wayyaanee keessaa: 1. Zallaqee Taaddalaa, 2. Gannatii Mashashaa, 3. Baqqalee Xilaahuun, 4. Zabbanee Ababee kanneen ajjeefaman tahuu kan hubachiise ajaji humna addaa WBO Godinaa Wallagga Bahaa, 1. Abiree Faasil, 6.Mokonnoon Atsibaa, 7.Fiqireesillaase Mangistuu, kanneen jedhaman kanneen haalaan madaa'an keessaa tahuu ibsa baaseen dabalee beeksisee jira.
I.U.Of!!