| Guyyaan Waraana Bilisummaa Oromoo(WBO) gaafa Sanbataa Amajjii 25, 2014 magaalaa guddoo Ameerikaa, Washington, DCtti sirna ho’aan kabajame.Kabaji guyyaa WBO kun akka aadaa Oromootti eebba maanguddootaan kan eegalamee yoo ta’u, eebba kanatti aansuudhaan faaruun alaabaa Oromoo faarfameera. Itti aansuudhan sagantaaleen yaadannoo guyyaa kanaa waliin wal-qabataan barsiisoo fi hamileessoon walduraa duubaan qindessitoota Koynaa ABO Washington DC fi keessumoota kabajaa guyyaa kanaan dhiyaatanii jiru. |
0 Comments
Leave a Reply. |
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |