Camsaa 12, 2014
FDG Mootummaan abbaa irree faashistii Wayyaanee barattoota Oromoo ukkamsuu itti fufee jira. Haaluma kanaan Barattootni Oromoo 6 koolleejjii barsiisota Jimmaa irraan humna tikaa Wayyaaneetiin ukkanfamanii qabamanii waajjira poolisii godina jimmatti hidhamanii dararamaa jiru. Barattoota Oromoo koolleejjii barsiisota Jimmaa irraa guyyaa kaleessaa konkolaataa dabballoota tikaa Wayyaaneen ukkanfaman qabaman keessaa:-
1ffaa Barataa Guddisaa Cimdeessaa mummee barnoota Civics waggaa 2ffaa. akka malee reebichaan dararamaa jira.
2ffaa Barattuu Jirraanuus badhaasaa mummee sportii Waggaa 2ffaa, barattuu dubaraa reebichaan dararamaa jirtudha.
3ffaa. Barataa Seefuu Hayilee Mummee Geography waggaa 2ffaa
4ffaa Barataa Asaffaa Dhugumaa mummee chemistry waggaa 2ffaa
5ffaa Barataa Umar Roobaa mummee Geography waggaa 2ffaa
6ffaa Barataa Zallaqaa Asiiraasi mummee chemistry waggaa 2ffaa kanneen jedhaman badii tokko malee humnoota tikaa fi pooliisiin qabamani wajjiraa Poolisii godina Jimmaatti Hidhamani dararama jiru.
Qeerroo