Walgahiin Ummataa Magaala Phoenix tti Gaggeessame Milkii Guuddaan Xumurame Muddee/December 20, 2013 · Gadaa.com
Walgahiin ummataa guyyaa 12/08/2013 magaala Phoenix, Arizona tti taa’ame injifannoo guddaan xumurameera. Walgahiin kuun kan qophaahe dargaggoota oromoo Phoenix jiraataniin yeroo ta’u kaayyoon isaas Haawaasa Oromoo haala adda addaan faca’ee turee deebisani ijaarudha. Walgahi kana irratti ummatni heeddumminaan bahee qooda kan irraa fuudhate yeroo ta’u senaa haawaasa Oromoo naannoo kanaa keesatti qophiin guuddaa akkasi qophaahuun waggaa heedduun booda isa jalqabaa ta’u hirmaattoonni sagantichaa ibsani jiru. Ummata walgahi kanarratti argameef keessuummaa kabajaa ta’udhaan kan haasaa goodhan Obboo kediro Amme fi Dr. Warquu Buurraayyuu tuuran. Obboo Kediroon xiinxala taasisan keessatti tokkummaan Oromoo bara duri haagam jabaa akka turee fi duula bal’aa gabroonfattoonni haabashaa irratti banan irraan kan ka’e laafina inni amma keessa jiruufi, tokkummaa Oromoo laafatee jiru kana deebisani ijaaruun egeree ummata Oromoof haagam barbaachisaa akka ta’e bal’inaan ibsaniiru. Many journalists and diplomats who attend events in Addis Ababa’s gleaming new African Union building are probably unaware that it rests on the site of one of Ethiopia’s most notorious prisons. While that prison was torn down in 2007, its legacy of torture and abuse continues today at the heart of the capital.
Over the past year, I have spoken to dozens of people who were held in a detention centre called Maekelawi in central Addis. They described dire conditions and a range of abusive interrogation methods to extract information and confessions. Since 2011, scores of high-profile individuals have been detained in Maekelawi under Ethiopia’s draconian anti-terrorism law, including journalists and opposition politicians, and held for months under the law’s lengthy pre-charge detention period as their “cases” are prepared for trial. “Getachew,” a 22-year-old ethnic Oromo, was snatched from his university dorm, driven hundreds of kilometres to Addis Ababa, and locked up for eight months in Maekelawi. His parents were never informed of his whereabouts; he was never charged or given access to a lawyer; and never appeared before court. He was ultimately released on condition that he would work for the government. ![]() (Madda Oduu ABO/MOA/Muddee 17, 2013) Muddee 2,.2013 Harargee Dhihaa naannoo Mi'eeysoo Karaa Finfinnee - Harar deemurratti bakka Hiddaa jedhamtti murna hawwisoo qophii ayyaana Wayyaanee kan Jijjigaa irratti argamuuf otobisaan sosso'aa ture dhaabuun qabeenyaa fi mihoota isaanii kan gara garaa erga irraa dhunfataniin booda barsiisuun gadi dhiisan. Tarkaanfiin kunis murna dargaggoota Oromoo Dhaabaan gurmeeyfamaniin fudhatame. Guyyuma kana Muddee 2, 2013 Harargee Dhihaa ona Doobbaa bakka Sareer jedhamutti humni addaa WBO lukkee diinaa tokko dhunfatuun hidhannoo harkaa qabu kilaash irraa hiikkachiisee gorsuun gadhiise. Gama biraan humni addaa WBO Harargee Dhihaa keessa sosso'u Muddee 3, 2013 naannoo Biyyoo karaabaa Araddaa Dirree Bal'oo bakka Daara-Shuunaa jedhamutti tarkaanfii fudhateen ajajaa humna poolisaa tahuun gocha farrummaa ummata irrattii raaw'ataa ture Umar Usmaan kan jedhamu madeysuun hidhannoo isaa shiguxii tokko irraa hiikkate. Kana malees Muddee 4, 2013 Ona Afdam bakka Gulubee jedhamutti humni addaa WBO tarkaanfii humna diinaa irratti fudhateen diina irraa 5 ajjeesee 8 madeeysuu ajaji WBO Godinaa Dhiha Harargee ibsa baaseen hubachiisee jira. I.U.Of!! Mootummaan Wayyaanee Baha Oromiyaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Midaagaa Keessatti uummata Sumaalee fi Oromoo walitti Buusaa Jira
- Qeerroo.org By Leenjiso Horo
Throughout history music has been used as a means of struggle. It is a form of language, a type of communication, and a revolutionary force in the time of national struggle. Popular music conveys messages. It conveys messages of patriotism and highlights popular sentiments. It inspires passion, pride, nationalism, and action in citizens to take. It encourages citizens to take up weapons and fight for the cause they believe in. For this, it taps into everything from historical memories of the past conflicts to the present injustice. It is a useful tool for changing the way people think and feel. It is for these, revolutionaries and nationalists take music very seriously. Through music, musical artists shame and humiliate those who betrays their nation and their country and those who do not support national liberation struggle. Revolutionary music vilifies the traitors, the vacillators, the cowards, the enemy loyalists and the neutralists at the time of national liberation struggle. For these, music can be used as a propaganda tool in a war of national liberation. |
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |