![Picture](/uploads/1/5/6/9/15691064/7263471.jpg?128)
Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo
Waxabajjii 13, 2014
Ajjeechaan jumulaa, hidhaa, hiraar, saaminsaa fi cunqursaan bittoota Itophiyaan ummatoota Itophiyaa irra gahu kan barootaan lakkaa'ame, wayyaa'uu hin dandeenye dhaalamaa as gahe dha. Hammeenyi raawwatamu kunis ijaarsa empaayera Itophiyaan asitti kan mudate qofa miti. Ijaaramuu Itophiyaa har'aan durattis Kaaba biyyattiitti kan bittootan raawwatamaa ture dha. Maaliif? gaaffii jedhuuf deebiin gabaabaan mootummootni aangootti kan dhufan seeraani fi hayyama ummataan ala tahuu irraa ti. Waan taheef bituuf, ummatni jilbeenfatee isaan jalatti akka bulu taasisuuf gara-jabinaan fixu. Jiilchanii, qor-qalbii cabsuun bittaa isaaniitti iggitii godhachuu barbaaddu. Aangoon hayyama ummataan alatti ykn seerawaa hin taane ammoo ummata biratti fudhatama hin argatu. Kanaaf hariiroon ummataa fi humna aangoo siyaasaa humnaan dhuunfate gidduutti uumamu kan ajajaa fi ajajamaan alatti kan biraa tahuu hin danda'u.
--Full Text - Afaan Oromoo
--Full Text - English
--Full Text - Amharic