Madda Walaabuu Media Foundation Launching Event
To All Oromos in Washington DC Metro Region, USA You are cordially invited to Madda Walaabuu Media Foundation Launching Event Theme: Oromo Voice Radio (OVR) will commence broadcasting to Oromia Venue: 1610 Columbia Rd. NW Washington, D.C. 20009 Date: December 14, 2013 Time: 3:00 p.m. to 8:00 p.m. Duuli duguugiisa shanyii kan qaccee dhaloota Oromoo fuulleeyfate ammaas bifa haarayaan geggeeyfamaati jira. Weerarri Wayyaaneen karoorsite kuni akeekni saa Oromoo buqqaasanii onafii qubsuma malee hambisuu, idda saa hortee Soomalii qubachiisanii lafa Oromoo Soomaaleeysuu dha. Kana dhugoomsuufis humna addaa kan “Liyyuu Pooliis” je’amuufi hidhattoota naannoo Soomaliitu Ona Qumbii fi Mayyuu qubsuma Oromoo Anniyyaa keessatti bobbaafame. Dhimma kanaratti Oduufii ibsa ballaa Obbo Abduljalil Abdella fi Obbo Said Mohamed Ali RSO irraa taasisaan, Himata jirattoni lafa sani Aadde Jaallannee Gammadaa waliin taasisan linkii armaan gadi irra qulucaa dhageefadha. Balaa Wayyaaneen ummata Oromoorratti geggeessaa jirtu dhaabuu fi Oromoos gaaga’amarraa eewaluuf maal gochuu dandeenya?
wbo´n oromiyaa bakka adda addaatti loltootaa fi ergamtoota woyaanerratti injifanno gonfate10/12/2013 ![]() (Madda Oduu ABO/MOA/Muddee 10, 2013) WBOn Baha Oromiyaa keessa sosso'u humna diinaa haleelee loltoota 2 irraa ajjeesuun 3 madeesse. Tarkaanfii kun Sadaasa 17, 2013 Dhiha Harargee Ona Mi'eessoo bakka Baddanaa jedhamutti fudhatamuu ajaji WBO Godinaa Dhiha Hararge ibsa baase keessatti hubachiise. Kana malees humni addaa WBO Sadaasa 20, 2013 humna diinaa sakattaaf bobba'e Dhiha Hararge Ona Bookee naannoo Daakataa bakka Leenca jedhamutti rukutee 4 irraa ajjeesuun 7 madeessuu ajajni WBO dabalee hubachiise. Humni diinaa bakkaa bakkatti WBOn rukutamaa jiru kun kasaaraa irra gahaa jiruun aaree akka aadaa isaa ummata irratti haaloo bahuuf hiraarsuu irratti bobba'u ibsi ajaja WBO godinichaa dabalee beeksisee jira. -- Guutu isaa I.U.Of!! ![]() Oromo Liberation Front December 8, 2013 His Excellency Jacob G Zuma President Republic of South Africa Dear Mr. President: It is with feelings of great sorrow that we in the Oromo Liberation Front and the Oromo people at large learned the passing of Mr. Nelson Mandela, the first elected President of South Africa and a true freedom -fighting icon. On behalf of the Oromo Liberation Front (OLF) and the Oromo people, I wish to convey my deepest condolences and sympathies to you and the people of South Africa during this time of national mourning. The passing of Former President Mandela is a tremendous loss not only to South Africa and Africa alone but to the whole world. --Full Statement Gabaasa Qeerroo Bilisummaa – Muddee 07, 2013
(Qeerroo.org) – Baatii Sadaasaa 2013 keessa Yuuniversitii Goonder keessatti barattooti Oromoo gaaffii mirgaa kaasuun ni yaadatama. Rakkoo fi gidiraa uummata Oromoo akkasumas hidhaa fi ariisaan barattoota Oromoo irra gahamaa jiru haa dhaabbatu jechuun gaaffii mirgaa barattooti Oromoo kaasaniif deebiin mootummaa Wayyaanee irraa kenname ajjeechaa fi dhihdaa ture, sababaa diddaa barattooti kaasaniif jecha barataa Oromoo tokko ajjeessuun toorba ammo hidhaa hin beekamnetti ergamanii jiru. South Africa's first black president and anti-apartheid icon Nelson Mandela has died at the age of 95.
Mr Mandela led South Africa's transition from white-minority rule in the 1990s, after 27 years in prison for his political activities. He had been receiving intensive medical care at home for a lung infection after spending three months in hospital. |
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |