![]() (Madda Oduu ABO/MOA/ Caamsa 5, 2014) Caamsaa 2/2014 Gootichi Humni Addaa WBO dhiignii fi gumaan ilmaan Oromoo hiriira irratti diinaan dhangala’ee lafatti hin haftu jechuun godina Wallaggaa bahaatti tarkaanfii haleellaa fudhatu jabeessee itti fufe. Haaala kanaan Onaa Siree Magaalaa Siree keessa seenuun humna waraanaa Wayyaanee irraatti tarkaanfii fudhateen loltoota Wayyaanee namoota Shan kanneen FDG dura adda durummaan dhaabbatan ajjeessuu gabaafame. Loltoota Wayyaanee kunniin uumata hiraarsaa turanii fi FDG Siree fi Naqamte keessatti qabsiifame dura dhaabbachuun adda durummaan hojjetan 1. Maarii Asfawu, 2. Lijaalem Wandimuu 3. G/sillaasee kanneen jedhaman keessatti argaman haleeluun gumaa uummata isaa fi qabsoo bilisummaa uummata Oromoo galmaan ga’uuf tarkaanfii jabeessuu ajajni humna addaa WBO godina dhiha Oromiyaa beeksisee jira. WBO godina dhihaa sochii warraaqsa amma uummanni itti jiruu fi FDG amma gaggeeffamaa jiru kun seenaa uummaata Oromoo keessatti bakka olaanaa kan qabachuu danda’udha jechuun uummaanni keenyaa haalaa kanaan jabaatee yoo itti fufu dhaammataa,mootummaan wayyaanee lukkeelee bobbaasee uumata keenya rukuchiisus WBOn bakka iyyuuttuu bifa kamiinuu ummata isaatiif waardiyyaa dhaabbachuun lukkeelee tokko lamaan akka funaan ajaji WBO godina dhihaa beeksisa. Gootichi WBOn Moora Waraana Wayyaanee Guddaa Moyyaalee Jiru Weeraruun Tarkaafii Jabaa Fudhate7/5/2014 ![]() Madda Oduu ABO/MOA/Caasaa 6, 2014 – Dhiigni Barattoota Oromoo fi ummata Oromoo falmii mirga abbaa biyyummaa irratti dhangala’ee fi lubbuun ba’e yeroo fi bakka fedhettuu haa ta’u gumaan isaanii ni deebi’a jechuun WBOn Godina Kibbaa Tarkaanfii Qubsuma waraana wayyaanee irratti fudhateen loltoota diinaa 15 ol hojiin ala godhe. Gootichi WBO Godina Kibbaa gumaa ummata isaa baasuu fi bilisummaa ummata Oromoo dhugoomsuuf falmaa geggeessaa jiru Caamsaa 06, 2014 barii guyyaa har’aa sa’aa 6:00 irratti magaalaa Moyyaleetti kan argamu kaampii waraana wayyaanee guddicha irratti tarkaanfii boonsaa fudhateen loltoota wayyaanee 8 ajjeesuun, 7 ol ammoo akka hamaa madeessuun injifannoo galmeessuu isaa Ajaji WBO Godina Kibbaa beeksiseera. Mooraan waraana Wayyaanee magaalaa Mooyyaleetti argamu kun humna kumaandoo fi poolisa Federaalaan jabeeffamee dahannoo cimaa tolfatee kan achi maadheffatee jiru ta’uu kan ifa godhe Ajaji WBO Godina Kibbaa, WBOn murannoo fi kutannoon tarkaanfii irratti fudhateen kasaaraa gudddaa irraan gahuu oduu tarkaanfii waraanaa ergeen beeksiseera. Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Kibbaa tarkaanfii qubsuma waraana Wayyaanee magaalaa Moyyalee irratti fudhate kanaan qawweelee AK. 8 fi rasaasota gosa adda addaa hedduu booji’uun dantaa QBOf kan oolche oggaa ta’u, qabeenya diinaa tilmaamni isaa guddaa ta’es barbadeessee jira. Waraanni Wayyaanee tarkaanfii WBO Godina Kibbaan irratti fudhatameen baarage meeshaalee gugurdaa karuma arge irra dhukaasuun ummata nagaa naannoo jiraatu gooluu fi balaa irraan gahuunis ibsameera. Tarkaanfiin diinaa fi ergamtoota diinaa irratti fudhatamu bakka hundattuu jabaatee itti fufa kan jedhe Ajaji WBO Godina Kibbaa, ummatni keenya wareega fedheefuu osoo hin jilbeenfannee fi harka hin laanne, falmaa mirga abbaa biyyummaa fi bilisummaa isaaf godhaa jiru caalaatti jabeessee akka itti fufuu qabu dhaamee, WBOs karaa isaaf danda’ame hundaan osoo aara hin galfanne gumaa lammii isaa baasuuf kan warraaqu ta’uu beeksiseera. I.U.Of!! Source: oromoliberationfront.org SEATTLE HOLDING CANDLELIGHT VIGIL #March4Finfinne in SUPPORT OF #OromoStudents and #OromoProtests4/5/2014 SEATTLE HOLDING CANDLELIGHT VIGIL #March4Finfinne in SUPPORT OF #OromoStudents and #OromoProtests If you are in the Seattle, Washington area please come out in support of #OromoStudents facing injustice at the hands of the vicious #EthiopianGovernment! As Dr. King said, “injustice anywhere is a threat to justice everywhere.” Therefore, we kindly ask you to join us for a CANDLELIGHT VIGIL on Sunday May 4, 2014 at Gene Coulon Memorial Beach Park. We can no longer remain ignorant of the ongoing suffering taking place throughout Ethiopia where innocent University students are being brutally beat, murdered, and face mass incarceration. It is deeply troubling when government forces take up arms against innocent peaceful protesters, so as a community we chose to shed light on this despicable atrocity! We ask all participants to wear a black shirt and a backpack in solidarity with #OromoProtests and #March4Finfinne to raise awareness in regards to the ongoing suffering! Again, the event will be…
When: Sunday May 4, 2014 Time: 8:00PM Where: 1201 Lake Washington Blvd N, Renton, WA 98056 ***PLEASE WEAR BLACK T-SHIRT*** GAAFA GUYYAA 9-05-2014 HAWAASI OROMOO BIYYA SKAANDINEVIYAA KEESSA JIRAATTAN HUNDI MAGAALAA OSLOOTTI HIRIIRA SAA’ATII 10:00 IRRAA JALQABEE GODHAMU IRRATTI HIRMAATTANII DIRQAMA LAMUMMAA AKKA BAATAN HAWAASI OROMOO OSLOO IYYAA , IYYA DABARSAA ISINIIN JEDHA. KAAYYOO HIRIIRICHAA
The Oromo Community Organization (OCO), the Oromo Youth Self-help Association (OYSA) of the Washington Metropolitan area, the International Oromo Women’s Organization (IOWO) and the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) have jointly planned to hold a protest rally in front of the White House and State Department on May 9, 2014 starting 9:00am to 1:00pm against the TPLF led minority regime in Ethiopia.
The purpose of this protest rally is to strongly protest against the ongoing widespread human rights violations and extrajudicial killings of Oromos in general and Oromo University, High school, and Elementary students in particular by the TPLF minority regime in Ethiopia. The latest massacre is a continuation of what has become customary for the minority junta to shoot indiscriminately against peaceful Oromo students and protesters, some as young as 14 years, with snipers and other forces equipped with heavy machinery. |
Author
I am an oromo nationalist who is trying to make our poeples voice heard all over the world! Archives
October 2015
External Links
Human Rights Groups |